Sunday, December 9, 2018
WRITER Yaya Bashir
Polotikaan ummata Sudaan Kibbaa fakkeenya polotikaa Afriikaa ti. Waggaa 5 caalaaf kan ummata gosaa fi kutaadhaan gargar qoodee wal ficcisiisaa bahe jaruma. Buqqa'iinsa miliyoonotaa fi barbadaawinsa dinagdeefis gaafatamaan jaruma kana. Hogganoota siyaasaa ti. Dantaa aangoof jecha wal dhabani. Yeroo wal dhaban gosa keessaa dhalatan meeshaa godhatanii lolaaf waamicha gochuun walirratti kakaasan. Har'a araara qaamota sadaffaa yeroo dheeraa booda dantaan isaanii guutamnaan ummata walitti diinomsaniif waamicha araaraa godhu. Kasaaraa biyyaa fi ummata isaanii mudateef eenyu gaafatama? Nuti hoo, muuxannoo borqoqqaahaa (fokkataa) olloota keenyaa kana irraa waa barannaa laata?
UNHCR evacuates hundreds of vulnerable refugees out of Libya to safety
UNHCR evacuates hundreds of vulnerable refugees out of Libya to safety Add caption

-
Waraanni ykn WBOn ajaja ABO hin fudhannee Waraana Adda Bilisummaa Oromoo ABO/WBO tahuu hin dandeyu.Araarsoo Biqilaa =======================...
-
Yeroo tokkotti karaa lama hin deeman- Dhaamssa itti aanaa hayyu du
-
IBSA ADDA BILISUMMA OROMOO H/A.B.O. JAAL ARAARSO BIQILAA DUBBATEE.WOLLIN HADHAGEFFANU HEDU GALATOMII JANAN YAADA KESSAN COMMENT FII SHAR...