Monday, November 5, 2018
Ganama Lammaa Magarsaa nagayan buusa jedhee abidda qabatetti bishaan
Ganama Lammaa Magarsaa nagayan buusa jedhee abidda qabatetti bishaan rapha. Galgala dabballeefi kaabineen isaa biinzila firfirsitee kibriitaan qabasiifti. Kun kan agarsiisuu laamsha’uun bilchiinsa garajalaa waywaanuuf sun kaabinee MNO biras ol gahuu isaati. Rabbi biyyaafi saba keenya haa baasu malee maal jenna!
UNHCR evacuates hundreds of vulnerable refugees out of Libya to safety
UNHCR evacuates hundreds of vulnerable refugees out of Libya to safety Add caption
-
Yeroo tokkotti karaa lama hin deeman- Dhaamssa itti aanaa hayyu du
-
Leenjiin Miseensootaa fi Dabballoota ABO Baha Oromiyaa Magaalaa Haramayaa gaggeeyfamaa ture milkiin xumaramee jira . LIKE ,COMMENT,SHARE,SUB...